1
    HEBREZEMA.INFO
    INDEPENDENT NEWS & MEDIA
    DESIGNED BY ZEWDU TEKLU
    © COPYRIGHT. ALL RIGHTS RESERVED 2007.
Taba Guutuu Oromiyaa Marsaa 24ffaa
April 24, 2018
Taba Guutuu Oromiyaa Marsaa 24ffaa
24
ኛው ዙር የመላው ኦሮምያ ጫወታ
~~~
ዛሬ በቢሾፍቱ ከተማ በደማቅ ሁኔታ ተጀምሯል።

Bulchiinsa Magaala Bishooftuutti TGO’n Marsaa 24ffaa Bifa Ho’aa Ta’een
Eegalameera. Sirna baninsa TGO Mar. 24ffaa kana irratti hooggantootni ol’aanoo
Mootummaa Naannoo Ormiyaa kanneen akka:

Dr. Milkeessaa Miidhagaa I/G/Dhi/Dar/Isp/M/N/Oromiyaa

Dr. Nagarii Leencoo I/G/Dhim/Kom/M/N/Oromiyaa

Aadde Xayibaa Hasan I/A/Pir./Mot/N/Oromiyaa

Aadde Gannat Abdallaa Kantiibaa Bulchiinsa Magaala Bishooftuu
Obbo Mohaammad Hasan I/G/Dh.D.U.O Bulchiinsa Magaala Bishooftuu
Obbo Gosaayee Warqinaa I/G/Dhi/Dar/Isp/Bulchiinsa Magaala Bishooftuu
AbbaaGadaaTuulamaa fi Walitti Qabaa Gumii Abbootii Gadaa Abbaa Gadaa
Bayyanaa Sanbatoo

     Hirmaattota TGO Mar. 24ffaafi daawwattootni ispoortii Magaala Bishooftuu
bakka argamanitti bifa ho’aa ta’een eegalameera.Eebla 14/2010
Bulchiinsa Magaala Bishooftuutti TGO’n Marsaa 24ffaa Bifa Ho’aa Ta’een
Eegalameera.

Sirna baninsa TGO Mar. 24ffaa kana irratti hooggantootni ol’aanoo Mootummaa
Naannoo Ormiyaa kanneen akka:

Dr. Milkeessaa Miidhagaa I/G/Dhi/Dar/Isp/M/N/Oromiyaa
Dr. Nagarii Leencoo I/G/Dhim/Kom/M/N/Oromiyaa
Aadde Xayibaa Hasan I/A/Pir./Mot/N/Oromiyaa
Aadde Gannat Abdallaa Kantiibaa Bulchiinsa Magaala Bishooftuu
Obbo Mohaammad Hasan I/G/Dh.D.U.O Bulchiinsa Magaala Bishooftuu
Obbo Gosaayee Warqinaa I/G/Dhi/Dar/Isp/Bulchiinsa Magaala Bishooftuu
AbbaaGadaaTuulamaa fi Walitti Qabaa Gumii Abbootii Gadaa Abbaa Gadaa
Bayyanaa Sanbatoo

Hirmaattota TGO Mar. 24ffaafi daawwattootni ispoortii Magaala Bishooftuu bakka
argamanitti bifa ho’aa ta’een eegalameera.

source  
Warraaqsa Dinagdee Oromiyaa facebook
admin@hebrezema.info
1